Korri Qorannoo Yuunivarsiitii Riifti Vaalii 11ffaan Gaggeeffame – 11ኛ አመታዊ የጥናት እና የምርምር ኮንፈረንስ – 11th Annual Research Conference at RVU

Korri Qorannoo Yuunivarsiitii Riifti Vaalii 11ffaan Gaggeeffame - 11ኛ አመታዊ የጥናት እና የምርምር ኮንፈረንስ - 11th Annual Research Conference at RVU

0
350
RVU 11th Annual Research Conference

Yuunivarsiitiin Riifti Vaalii Kora Qorannoo waggaa waggaadhaan gaggeessu 11ffaan kaleessa Caamsaa 25, 2019, Dhaadannoo mata-duree “Challenges of Current Educational Deliverly Practices of Quality Higher Education” jedhuun gaggeeffameera.

Professor Derebsa Dufera,RVU President

Korri kun Waajjira Giddugaleessa dhaabbatichaa Magaalaa Finfinnee, Naannoo Gootaratti argatu, Gamoo Tokkummaa Galma Abbaa Duulaatti kan gaggeeffame yommuu tahu Pirezidaantiin Yuunivarsiitichaa, Prof.Dirribsaa Dhufeeraa haasaa baniinsaa erga godhan booda, Dr.Abarraa Dheeressaa, Durataa’aa Boordii Yuunivarsiitichaa gara Waltajjiitti affeeraniiru.

 

Dr.Abera Dheresa, RVU Board Chairperson

Dr.Abarraan Haasaa isaanii keessatti, Gahee olaanaa Korri Qorannoo Yuunivarsiitii taphachuu danda’u baldhinaan erga ibsan booda, Dirqamni Yiinivarsiitichaa kora akkasii hunda galeessa taheefi tajaajilummaa hawaasa biyyattii mirhaneessu kanneen akkasii qopheessee argamuudha jedhan. Yuunivarsiitiin haala kana fakkaatuun kora yeroo eeggate qopheessuu isaatiifis galateeffatanii, Kora kanarratti Hayyoota waraqaa Qorannoo dhiyeessanis akka jajjabataniif biyya kanaaf qorannoon hedduu akka isaan irraa eegamu jajjabeessan Dr. Abarraa Dheeressaa.
Xumura haasa isaaniitiin, Keessummaa kabajaa kan dhaabbata too’annoo qulqullinna Barnoota Sadarkaa Olaanaa Federaalawaa(HERQA) dhufan Dr.Dinkuwaanaa Nugusuu gara waltajjiitti affeeran.

Dr.Dinkuwaanaan haasaa isaanii keessatti dubbii ijoofi yaadachiisa kennaniin – ‘ Barumsi Sadarkaa Olaanaa babalchaa jiraachuu eeranii, babaldhinaan cinatti ammoo Qulqullinni Barnootaa irratti hojjachuun hojii ijoo yeroo kanaa akka ta’e ibsaniiru.

 

Kora kanarratti, Waraqaan Qorannoo kan shan waaree dura kan dhiyaate yommuu ta’u, Sagal immoo waaree booda Qooddattoota kutaalee saditti hiruun kan dhiyaateedha.
Walumaagalatti Waraqaan qorannoo Kudha Afur(14) hayyoota adda addaatiin kan dhiyaateera. Waraqaalee Qorannoo dhiyaate irratti Qooddattootni gaaffii, yaada, fi akeeka kennaniiru.

Xumurarratti, Haasaan cufiinsaa Dr.Abbabaa Gammachuu, Yuunivarsiitichaatti, I/APtti Damee Qorannoo fi Dagaagina Tekinoolojii kan tahan, Hayyoota waraqaa Qorannoo murteessaa akkasii yeroo murteessatti dhiyeessuu isaaniitiif Galatoomfachuudhaan, Qooddattoota korichaa ammoo yeroo hunda Ayyaana Hundeeffama Waggaa 20 Yuunivarsiitii Riifti Vaaliitiif sadarkaa hundaan Deeggarsa barbaachisaa akka godhan dhaamuudhaan goolaban.

Qoodattootni affeeramanii HERQA fi dhaabbilee biraa irraa dhufan Muuxannoo gaarii ta’uu ibsaniiru.

Suuraaleen waltajjii korichaarraa kan fudhatameedha.


የሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ 11ኛውን አመታዊ የጥናት እና የምርምር ኮንፈረንስ ግንቦት 17 ቀን 2011ዓም ጎተራ በሚገኘው ቶኩማ ታወር አካሂዳል ።

የኮንፈረንሱ ንዑሰ ርዕሰ ‘ በአሁኑ ወቅት በከፍተኛ ትምህርት ተቋማት ወሰጥ ጥራት ያለው ትምህርት በማሰተማር ረገድ ያሉ ተሞክሮዎችና ተግዳሮቶች’ ዙሪያ ያጠነጠነ ነበር።
ኮንፈረንሱ በወጣው ኘሮግራም መሠረት በኘሮፈሰር ዴረብሳ ዱፌራ የሪፍት ቫሊ ኘሬዝዳንት የእንኳን ደህና መጣችሁ ንግግር የተጀመረ ሲሆን በመቀጠል ዶ/ር አበራ ደሬሳ የሪፍት ቫሊ ዩኒቨርስቲ የቦርድ ሰብሳቢ የመክፈቻ ንግግር አድርገዋል ።

ዶ/ር አበራ በንግግራቸው የጥናትና ምርምር ሥራዎች ለሪፍት ቫሊ ዮኒቨርሲቲ እና ለሀገር ያላቸውን ሚና ገልጸው ለወደፊት በጥራት ላይ በማትኮር መሠራት እንዳለበት አሰገንዝበዋል።ቀጥለውም ዩኒቨርስቲው አመራር እነኝህን ጥናታዊ ወረቀቶች እንድቀርብ በማሰተባበር ላደረጉት ጥረት አመሰግነው ለወደፊት የዚህ ዓይነት ጥረት ተጠናክሮ እንድቀጥል ሁሉም ባለድርሻ አካላት የበኩላቸውን ድርሻ እንድወጡ አሳስበዋል። በመጨረሻም ከከፍተኛ ትምህርት አግባብነት እና ጥራት ኤጀንሰ ተወክለው በቦታው የተገኙትን ዶ/ር ዱንካና ንጉሳ ንግግር እንድያደርጉ ጋብዘው ንግግራቸውን ቋጭተዋል።

ደ/ር ዱንካና በንግግራቸው ሀገርቷ ትምህርትን ለሁሉም ዜጋ ለማዳረሰ በሚታደርገው ጥረት ውሰጥ የግል ከፍተኛ የትምህርት ተቋማት ከፍተኛ ሚና እየተጫወቱ እንደሆነ ገልጸው ትምህርትን ከማዳረሰ በተጓዳኝ ጥራት ላይ ልዮ ትኩረት በመሰጠት መሰራት እንዳለበት አሰረድተዋል።

በኮንፈረንሱ ላይ ኢኮኖሚ፣ማህበራዊ ፣ፓለቲካዊ መስኮች ላይ ያተኮሩ አምሰት ጥናታዊ ወረቀቶች በጧዋቱ ክፍለ ጊዜ የቀረቡ ሲሆን ከሰአት በኋላ በሶስት የተለያዩ ሰንድኬቶች በመከፋፊል ዘጠኝ ወረቀቶች ቀርበዋል ።በድምሩ 14 የጥናትና የምርምር ወረቀቶች በሪፍት ቫሊ መምህራንና ከሌሎች የመንግሰትና የግል ዩኒቨርሲቲዎቾ የተውጣጡ ምሁራን ቀርበው ሰፊ ውይይቶችና የልምድ ልውውጦች ተግባራት ተከናውነዋል።
በኮንፈረሱ ላይ ሁለት የሄርካ ባለስልጣናት የተገኑ ሲሆን የድህረ ምረቃ ተማሪዎች፣የዩኒቨርሲቲው ሠራተኞች፣ የተለያዩ ባለድርሻ አካላት ተገኝተው ከኮንፈረንሱ ጠቃሚ ልምድና ክህሎት እንደቀሰሙ ለመረዳት ተችሏል ።

በመጨረሻም የሪፍት ባሊ ዩኒቨርስቲ ም/ ኘሬዝዳንት ዶ/ር አበበ ገመቹ የማጠቃለያ ንግግር ተመሳሳይ ኮንፈረንሶች ከዚህ በፈት በተለያዩ ካምፓሶች መከናወናቸው፣ሌሎችም አሰፈላጊው ዝግጅት አድርገው ከሚቀጥለው ወር ጀምረው ተግባራውዊ እንደሚያደርጉ ለተሰብሳቢው ካበሰሩ በኋላ የጥናት ወረቀቶችን ያቀረቡትን ምሁራን አመሰግነዋል።
በመጨረሻም የሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሰቲ የመማር ማሰተማር ሥራ የጀመረበትን ሀያኛ ዓመት በዓል ለማክበር ከካምፖሶች ጀምሮ በየደረጃው እሰከ በሀገር አቀፍ ደረጃ አሰፈላጊውን ዝግጅቶች የተጀመሩ ሰለሆነ የሪፍት ቫሊ ካምፖሶች፣ የባለድርሻ አካላት በሙሉ በየደረጃው በዓሉን በድምቀት ለማክበር ለሚደረገው ጥረት የበኩላቸውን ድጋፍ እንድያደርጉ ጠይቀዉ የኮንፈረንሱን መጠናቅ አብሰረዋል። ከታች የሚታዩት ፍቶግራፍች ኮንግረሱ በሂደት ላይ እያለ የተወሰዱ ናቸዉ ።

 


Rift Valley University has organized 11th Annual Research Conference on May 25,2019, under the theme” Challenges of Current Educational Deliverly Practices of Quality Higher Education”.

Professor Derebsa Dufera,RVU President made welcome speech and invited Dr.Abera Dheresa, RVU Board Chairperson to make an opening speech.Dr.Abera in his speech underlined the pivotal role research plays in academy, and the committment RVU has shown in realizing the noble cause of serving the nation in myriad ways. He congratulated RVU for organizing such timely conference, and encouraged the researchers to do more.At the end of his speech,he invited Dr.Dinkuwana Nugusu, guest of Honor from Higher Education Relevant and Quality Assurance to make key note speech.

Dr.Dinkuwana in his speech reminded the academic community to balance the delicate issue of expansion of education and maintaing quality at the same time.
Five papers were presented in the morning secssion and nine papers in the afternoon in three separare syndicates.Totally 14 scholarly papers that covered crosscuting issues were persented.The participants raised questions, comments, suggestions and enriched the papers.The conference was wrapped by the closing remarks made by Dr.Abebe Gemach,RVU Vice-President for Research and Technological Transfer. Dr. Abebe appreciated the scholars for presenting such interdisciplinary research works that deliberated on contemporary issues that advance the interest of RVU and that of the country.
He reminded the participants to extend their helping hands in the preparations that are underway to celebrate the 20th anniversary of RVU foundation day at all levels. Partners from HERQA and those who attended the conference rated it as outstanding intellectual exercise .

The pictures depicted below were taken while the conference was underway

 

0Shares

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here