Ayyaana Qille fi wagga haaraa farajnootaa sababeeffachuun
Yunivarsiitiin Riifti Vaalii eebbifatoota duraanii, barattoota, hojjettootaa
fi waahillan isaa hunduun baa ayyaana qillee kan bara 2012 fi wagga
Haaraa 2020’n isin ga’e jedha.
Akkuma amaleeffate, yunivarsiitiin Riifti Vaalii warren barnoota eegalun
barbaadaniif karra isaa saaqee “Anaa Dhufu!” jedha.

Yunivarsiitiin Riifti Vaalii, barnoota qulqullaa’aa kennuuf muratee
hojjeta!

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here